0.0
0 review
16.95 MB
Everyone
Content rating
21K
Downloads
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 1 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 2 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 3 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 4 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 5 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 6 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 7 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 8 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 9 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 10 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 11 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 12 Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 13

About this product

Hiibboo Afaan Oromoo

Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo description

'Hiibboo' is equivalent to Riddle in English, almost. Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times. The App contains over 75 Hiibboo questions in Afan Oromo language.

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
↓ Read more

Version lists