0.0
0 review
16.21 MB
Everyone
Content rating
8.4K
Downloads
Maqaalee Rabbii 99 screenshot 1 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 2 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 3 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 4 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 5 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 6 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 7 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 8 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 9 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 10 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 11 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 12 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 13 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 14 Maqaalee Rabbii 99 screenshot 15

About this product

Maqaalee Rabbii 99 fi Hiikkaa isaanii waliin

Maqaalee Rabbii 99 description

Maqaaleen Rabbii keenya hundi babbareedoo fi amaloonni (sifaanni) Isaa hundii sifaata gugguutuu ta’aniidha. Namni kanniin hunda hubachu kan danda’u, maqaalee fi sifaata barachuuf yoo tattaafateedha.

Imaamu ibn Al-Qayyim (rahimahullahu) ni jedha: “Karaa maqaalee fi sifaatatin gara Rabbii deemun dhimma ajaa’iba ta’eedha. Namni maqaalee fi sifaata Rabbii beeke, warroota garmalee ifaajan baay’ee dursa. Rakkoo guddaa osoo hin arginii fi biyya isaa keessaa osoo hin bahini fi hin raata’in [gammachuu barbaadu] argata.
↓ Read more